112.Sincerity

  1. Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha
  2. Allaahn hirkoo waa hundaati
  3. Hin dhalle hin dhalannes
  4. Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane.”