114.Mankind

  1. Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha
  2. Mootii namaatti
  3. Gabbaramaa namaatti
  4. Hamtuu waswaasii dhokatuufi mul’atuu irraa
  5. Isa qoma namaa keessa waswaasu irraa
  6. Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).”